Tarree Maqaa, Suuraa fi Ergaa Hooggantoota Paartii Badhaadhinaa Damee
Kutaa Magaalaa Malkaa Noonnoo

Obboo Abaataa Asraat Urgeechaa

I/G Waajjiraa Paartii Badhaadhinaa Damee Kutaa Magaala Malkaa Noonnoo

Olaantummaa Yaadama Paartii Badhaadhinaa mirkanneessuun mootummaa Cimaa fi fudhatamummaa qabu bu’uura jabaa irratti ijaaruun galmoota Badhaadhinaa keenya dhugomsuuf xiiqin hojjena!!

Email: abateasrat2018@gmail.com

Shallamaa Bashaanaa Tasammaa (PhD)

I/G Siyaasaa Paartii Badhaadhinaa Damee Kutaa Magaala Malkaa Noonnoo

Olantummaa Yaadama Paartii keenyaa lafa qabsiisuun galma gahinsa badhaadhina biyya keenyaf milkessuuf xiqin hojjana!

Email: sbeshana@gmail.com

Obboo Kumalaa Darajjee Taraaraa

I/G Ijaarsaa Paartii Badhaadhinaa Damee Kutaa Magaala Malkaa Noonnoo

Gurma'insa Cimaan Paartiin keenya cimee mootummaa cimaa akka umuuf ciminaan hojjachuun qaba.

Email: kumaladereje@gmail.com

Bilisummaa Dirribaa Daadhii

I/G Gurmuu Dargaggoota Kutaa Magaalaa Malkaa Noonnoo

Hirmaannaa dargaggootaa ijaarsa biyyaa keessatti roga hundaan caalmaan dabaluun badhaadhina akka biyyaatti qabamee milkeessudhaf nan hojjedhaa

Email: bisisumadiriba7@gmail.com

Roozaa Joobir Maashallaa

I/G Gurmuu Dubartootaa Kutaa Magaalaa Malkaa Noonnoo

Humna raawwachiisummaa dubartootaa cimsuudhaan hirmaannaa dubartootaa gama , hawaasummaa, diinagdee fi siyaasa keessatti dabaluu, gama hundaan dubartoota fayyadamoo gochuudha.

Email: rozajobirmeshala@gmail.com

Yiggazuu Shawamooltot Caalaa

I/G Waajjira KIN Kutaa Magaala Malkaa Noonnoo

“Inspeekshinii cimaa paartii cimaaf”

Email: yigezush02@mail.com

Badhaasaa Hasan Huseen

Daarektara Ijaarsa Paartii Badhaadhina Damee Kutaa Magaala Malkaa Noonnoo

Yaadama Paartii Badhaadhinaa milkeessuuf gurmaa’insa paartii keenyaa cimsuu qabna.

Email: badhaasaahasan1@gmail.com

Hacaaluu Bacharee Baayyee

Daarektara Siyaasa fi Sabqunnamtii Paartii Badhaadhina Damee Kutaa Magaala Malkaa Noonnoo

Miidiyaa fi kominikeeshinii cimmaan dhiibbaa addunyaa dhugaan boodaa qolachuu dandeessisu hojjechuun olaantummaa seenessa waloo mirkaneessuuf gahee olaanaa qaba

Email: hachalubechere24@gmail.com

Fayisaa Caalaa Akkasaa

I/G Faayinaansii Paartii fi Qabeenya Namaa Kutaa Magaala Malkaa Noonoo

Galii paartii cimsuudhaan hojimaata paartii hojiirra oolchuuf akkasuma humna paartii cimsuun sadarkaa itti aanuutti ceesisuuf paartiin keenya faayinaansiidhaan of danda'ee akka dhaabbatu gochuuf humna koo guutuu nan hojjedha

Email: fayisa4218@gmail.com

Tarree Maqaa, Suuraa fi Ergaa Hooggantoota Paartii Badhaadhinaa Damee Kutaa Magaalaa Malkaa Noonnoo

Scroll to Top